2 Seenaa Baraa 36:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Isaan garuu hamma dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti dhufuttii+ fi hamma fayyinni isaaniif dhabamutti ergamtoota Waaqa dhugaatti ni qoosu,+ dubbii isaa ni tuffatu,+ raajota isaattis ni qoosu+ turan. Ermiyaas 6:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 “Ani eenyutti dubbadhu? Eenyuun akeekkachiisu? Eenyutu dhagaʼa? Kunoo, gurri isaanii waan cufameef,* dhagaʼuu hin dandaʼan.+ Kunoo, dubbiin Yihowaa wanta isaan itti qoosan taʼeera;+Isaan homaa itti hin gammadan.
16 Isaan garuu hamma dheekkamsi Yihowaa saba isaa irratti dhufuttii+ fi hamma fayyinni isaaniif dhabamutti ergamtoota Waaqa dhugaatti ni qoosu,+ dubbii isaa ni tuffatu,+ raajota isaattis ni qoosu+ turan.
10 “Ani eenyutti dubbadhu? Eenyuun akeekkachiisu? Eenyutu dhagaʼa? Kunoo, gurri isaanii waan cufameef,* dhagaʼuu hin dandaʼan.+ Kunoo, dubbiin Yihowaa wanta isaan itti qoosan taʼeera;+Isaan homaa itti hin gammadan.