Ermiyaas 11:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi. 1 Pheexiros 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.
20 Yihowaan Gooftaan Raayyaa garuu qajeelummaadhaan murtii kenna;Inni yaada keessa namaa jiruu* fi garaa namaa ni qora.+ Dhimma seeraa koo sitti waanan kennadheef,Haaloo isaan irratti baatu natti argisiisi.
23 Yommuu isa arrabsan+ deebisee hin arrabsine.+ Yommuu rakkinni isa irra gaʼettis+ hin doorsisne; kanaa mannaa, isa qajeelinaan murteessu+ sanatti imaanaadhaan of kenne.