-
Ermiyaas 33:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Bara sanattii fi yeroo sanatti latii* qajeelaan tokko Daawitiif akka latu nan godha;+ innis biyyattii keessatti haqaa fi qajeelummaa ni fida.+ 16 Bara sanatti Yihudaan ni oolti;+ Yerusaalemis tasgabbiidhaan ni jiraatti.+ Maqaan ishiin ittiin waamamtus, “Yihowaan Qajeelummaa Keenya Dha” kan jedhu taʼa.’”+
-