Leewwota 26:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Isin gidduu nan deddeebiʼa; Waaqa keessanis nan taʼa;+ isin immoo saba koo ni taatu.+ Ermiyaas 30:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 “Isin saba koo ni taatu,+ anis Waaqa keessan nan taʼa.”+ Ermiyaas 31:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+
33 “Guyyoota sana booda kakuun ani mana Israaʼelii wajjin galu isa kana. Ani seera koo isaan keessa nan kaaʼa,+ garaa isaanii keessattis nan barreessa.+ Ani Waaqa isaanii nan taʼa, isaanis saba koo ni taʼu” jedha Yihowaan.+