Isaayyaas 44:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+ Isaayyaas 48:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Baabilon keessaa baʼaa!+ Kaladoota jalaas baqadhaa! Ililchuudhaan kana beeksisaa! Labsaa!+ Hamma andaara lafaatti beeksisaa.+ Akkana jedhaa: “Yihowaan tajaajilaa isaa Yaaqoobiin fureera.+
23 Yihowaan tarkaanfii waan fudhateef,Isin samiiwwan ililchaa! Isin iddoowwan gad fagoon lafaas ililchaa! Isin gaaronni,Ati bosonnii fi mukeetiin kee hundis ililchaa!+ Sababiin isaas, Yihowaan Yaaqoobiin fureera,Ulfina isaas Israaʼel irratti argisiiseera.”+
20 Baabilon keessaa baʼaa!+ Kaladoota jalaas baqadhaa! Ililchuudhaan kana beeksisaa! Labsaa!+ Hamma andaara lafaatti beeksisaa.+ Akkana jedhaa: “Yihowaan tajaajilaa isaa Yaaqoobiin fureera.+