Isaayyaas 51:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+ Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+ Gammachuunii fi ililchi,Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+ Isaayyaas 65:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+
3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+ Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+ Gammachuunii fi ililchi,Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+
19 Ani Yerusaalemitti nan gammada, saba koottis baayʼee nan gammada;+Kana booda sagaleen booʼichaa yookiin iyyi dhiphinaa ishii keessatti hin dhagaʼamu.”+