-
Ermiyaas 9:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kanaafuu, Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: ‘Kunoo, ani sabni kun hadheessa akka nyaatuu fi bishaan summaaʼe akka dhugu nan godha.+
-
-
Ermiyaas 23:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Kanaafuu, Yihowaan Gooftaan Raayyaa raajota ilaalchisee akkana jedha:
“Kunoo, isaan hadheessa akka nyaatan nan godha,
Bishaan summaaʼaa akka dhuganis isaaniif nan kenna.+
Sababiin isaas, raajonni Yerusaalem guutummaa biyyattii keessatti gantummaa babalʼisaniiru.”
-