-
Keessa Deebii 29:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 “Dhaloonni ilmaan keetii warri gara fuulduraa fi namni biyya ormaa inni biyya fagoodhaa dhufe, dhaʼichawwanii fi dhukkuboota Yihowaan biyyattii irratti fide,
-
-
Keessa Deebii 29:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 isaanis taʼan saboonni hundi, ‘Yihowaan biyya kana irratti akkana kan godhe maaliifi?+ Dheekkamsa guddaa bobaʼu kana kan fide maali dha?’ jedhu.
-
-
Faaruu Ermiyaas 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Warri karicha irra darban hundi qoosaadhaan harka isaanii si irratti walitti rurrukutu.+
-