-
Faaruu Ermiyaas 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Warri karicha irra darban hundi qoosaadhaan harka isaanii si irratti walitti rurrukutu.+
-
-
Daaniʼel 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yaa Yihowaa, maaloo akka gochawwan qajeelummaa+ kee hundumaatti aariin kee fi dheekkamsi kee magaalaa kee Yerusaalem ishii gaara qulqulluu taate sana irraa haa deebiʼu; sababiin isaas, Yerusaalemii fi sabni kee cubbuu keenyaa fi dogoggora abbootii keenyaatiin kan kaʼe namoota naannoo keenyatti argaman hundumaa gidduutti kan arrabsaman taʼaniiru.+
-