-
Hisqiʼel 38:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 “‘“Guyyoota hedduu booda xiyyeeffannaan siif ni kennama.* Bara dhumaatti ati biyya sabni isaa goraadee irraa hafee deebifamee fi saboota hedduu keessaa walitti qabamee gara gaarota Israaʼel warra bara dheeraadhaaf ona taʼanii turanitti deebiʼe sana ni weerarta. Jiraattonni biyya kanaa warra saboota keessaa deebifaman siʼa taʼan, hundi isaanii iyyuu tasgabbiidhaan jiraatu.+
-