Yooʼel 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+
2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+