-
Hisqiʼel 41:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Balbalichaa olitti manni qulqullummaa inni keessaa fi alli isaa, akkasumas girgiddaan manichatti marsee jiru guutummaan isaa ni safarame. 18 Kiruubelonnii+ fi fakkiiwwan muka meexxii+ isa irratti bocamanii turan; fakkiin muka meexxii tokko kiruubelota lama lama gidduu jira ture; kiruubelonni sunis fuula lama lama qabu turan.
-