Hisqiʼel 16:39 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Harka isaaniitti dabarsee sin kenna; isaanis tabbawwan kee ni diigu; iddoowwan kee warri ol kaʼoon ni jigu;+ isaan uffata kee si irraa ni baasu,+ faayawwan kee warra mimmiidhagoos ni fudhatu;+ guutummaattis qullaa kee akka taatu ni godhu.
39 Harka isaaniitti dabarsee sin kenna; isaanis tabbawwan kee ni diigu; iddoowwan kee warri ol kaʼoon ni jigu;+ isaan uffata kee si irraa ni baasu,+ faayawwan kee warra mimmiidhagoos ni fudhatu;+ guutummaattis qullaa kee akka taatu ni godhu.