Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 “‘Daangaan keessan inni gara dhihaa Galaana Guddaa* fi qarqara isaa ni taʼa. Kun daangaa keessan isa gara dhihaa ni taʼa.+
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
6 “‘Daangaan keessan inni gara dhihaa Galaana Guddaa* fi qarqara isaa ni taʼa. Kun daangaa keessan isa gara dhihaa ni taʼa.+