Hisqiʼel 47:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 “Kallattiin inni bahaa immoo Hawuraanii fi Damaasqoo gidduu, akkasumas Yordaanos isa Giiliyaadii+ fi biyya Israaʼel gidduutti argamu bira darba. Isin daangaa sana irraa jalqabee hamma galaana isa bahaatti* safaraa. Kun daangaa isa bahaa ti.
18 “Kallattiin inni bahaa immoo Hawuraanii fi Damaasqoo gidduu, akkasumas Yordaanos isa Giiliyaadii+ fi biyya Israaʼel gidduutti argamu bira darba. Isin daangaa sana irraa jalqabee hamma galaana isa bahaatti* safaraa. Kun daangaa isa bahaa ti.