-
Baʼuu 40:35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
35 Duumessi sun dunkaana walgaʼii irra waan tureef, akkasumas ulfinni Yihowaa godoo qulqulluu sana guutee waan tureef, Museen achi keessa seenuu hin dandeenye.+
-
-
2 Seenaa Baraa 5:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Yeroo warri malakata afuufanii fi warri faarfatan tokkummaadhaan Yihowaa jajatanii fi galateeffatanitti, akkasumas yeroo isaan sagalee malakataa, sagalee siimbaalii fi sagalee meeshaawwan muuziqaa dhageessisanii, “Inni gaarii dha; jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata”+ jedhanii Yihowaa jajanitti, manichi, jechuunis manni Yihowaa duumessaan ni guutame.+
-
-
Hisqiʼel 43:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Hafuurri tokkos ol na kaasee gara mooraa isa keessaatti na fide; anis manni qulqullummaa sun ulfina Yihowaatiin akka guutame+ nan arge.
-