Keessa Deebii 15:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, hiyyeeyyiin yeroo hundumaa biyyattii keessa ni jiraatu.+ ‘Obboleessa kee isa rakkataa fi isa hiyyeessa biyya kee keessatti argamuuf arjummaadhaan harka kee bani’ jedhee kanan si ajaju kanaafi.+
11 Sababiin isaas, hiyyeeyyiin yeroo hundumaa biyyattii keessa ni jiraatu.+ ‘Obboleessa kee isa rakkataa fi isa hiyyeessa biyya kee keessatti argamuuf arjummaadhaan harka kee bani’ jedhee kanan si ajaju kanaafi.+