-
Fakkeenya 19:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Gowwummaan namaa daandii isaa ni jalʼisa,
Garaan isaas Yihowaatti ni dheekkama.
-
-
Hisqiʼel 33:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Sabni kee garuu, dhugumaan jalʼaa kan taʼe daandii isaanii taʼee utuu jiruu, ‘Daandiin Yihowaa jalʼaa dha’ jedhu.
-
-
Hisqiʼel 33:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Isin garuu, ‘Daandiin Yihowaa jalʼaa dha’ jettaniittu.+ Yaa mana Israaʼel, ani akka daandii keessaniitti tokkoon tokkoon keessaniif murtii nan kenna.”
-