-
1 Mootota 19:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Inni garuu, “Baʼiitii Yihowaa dura gaaricha irra dhaabbadhu” isaan jedhe. Yeroo kanatti Yihowaan achiin darbaa+ ture; bubbeen guddaanii fi cimaan Yihowaa duratti gaarota babbaqaqsaa fi qarsaawwan caccabsaa ture;+ Yihowaan garuu bubbee sana keessa hin turre. Bubbee sana booda immoo kirkirri lafaa ni taʼe;+ Yihowaan garuu kirkira lafaa sana keessa hin turre.
-