Leewwota 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “‘Ijoollee kee keessaa eenyu illee Moleekiif akka dhihaatu* hin godhin.+ Akkana gochuudhaan maqaa Waaqa keetii hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha. Ermiyaas 7:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii ibiddaan gubuuf,+ iddoowwan ol kaʼoo Tofeet isa Sulula Ilma Hinoom*+ keessatti argamu ijaaraniiru; kunis wanta ani hin ajajnee fi matumaa garaa kootti illee hin yaanne* dha.’+
21 “‘Ijoollee kee keessaa eenyu illee Moleekiif akka dhihaatu* hin godhin.+ Akkana gochuudhaan maqaa Waaqa keetii hin xureessin.+ Ani Yihowaa dha.
31 Isaan ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa isaanii ibiddaan gubuuf,+ iddoowwan ol kaʼoo Tofeet isa Sulula Ilma Hinoom*+ keessatti argamu ijaaraniiru; kunis wanta ani hin ajajnee fi matumaa garaa kootti illee hin yaanne* dha.’+