-
Hisqiʼel 7:15-17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Alaa goraadeetu jira,+ keessaa immoo golfaa fi beelatu jira. Namni dirree keessa jiru kam iyyuu goraadeedhaan duʼa; beellii fi dhaʼichis warra magaalattii keessa jiran ni nyaata.+ 16 Isaan keessaa warri miliqanii oolan gaarotatti ol baʼu; tokkoon tokkoon isaaniis balleessaa isaaniitiin kan kaʼe akkuma gugee* sulula keessa jirtuutti ni aadu.+ 17 Harki isaanii hundi lamshaaʼee ni rarraʼa; jilbi isaanii hundi bishaaniin ni jiidha.*+
-