-
Ermiyaas 25:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 ani maatiiwwan kaabaa hundumaatti,+ tajaajilaa koo kan taʼe Nebukadnezaar* mootii Baabilonittis dhaamsa ergee,+ biyya kana irratti, jiraattota ishii irrattii fi saboota naannoo kanatti argaman hundumaa irratti isaan nan fida”+ jedha Yihowaan. “Haxaaʼee isaan nan balleessa, wanta sodaachisaa fi kan itti siiqsamu akka taʼan, akkasumas yeroo hundumaatiif ona akka taʼan isaan nan godha.
-
-
Ermiyaas 51:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 “Ati anaaf ulee waraanaa, meeshaa waraanaa ti,
Sababiin isaas, ani sitti fayyadamee saboota nan caccabsa.
Sitti fayyadamee mootummoota nan diiga.
-