-
Hisqiʼel 21:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 “Atis yaa ilma namaa, raajii dubbadhu, akkana jedhi: ‘Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan Amoonotaa fi arrabsoo isaanii ilaalchisee akkana jedha. Gorraʼuudhaaf goraadeen, eeyyee, goraadeen tokko luqqifameera; inni nyaachuu fi akka bakakkaatti calaqqisuuf cululuqfameera.
-
-
Hisqiʼel 21:32Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
32 Ati ibiddichaaf qoraan ni taata;+ dhiigni kee biyyattii keessatti ni dhangalaʼa; atis kana booda hin yaadatamtu; kana kan dubbate ana Yihowaa dha.’”
-