-
Hisqiʼel 30:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Harka Nebukadnezaar* mootii Baabiloniin raayyaa Gibxii nan balleessa.+ 11 Innii fi loltoonni isaa warri saboota hundumaa caalaa gara jabeeyyii+ taʼan biyyattii balleessuuf ni dhufu. Isaan Gibxii irratti goraadee isaanii luqqifatanii biyyattii reeffaan ni guutu.+
-
-
Anbaaqom 1:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Isaan mana kan isaanii hin taane fudhachuuf,
Lafa balʼaa keessa ni fiigu.+
-