Uumama 9:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Haa taʼu malee, foon lubbuun isaa, jechuunis dhiigni+ isaa keessa jiru hin nyaatinaa.+ Leewwota 17:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ani Israaʼelotaan, “Isin keessaa eenyu iyyuu* dhiiga nyaachuu hin qabu; nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu+ keessaas eenyu iyyuu dhiiga nyaachuu hin qabu”+ kanan jedhe kanaafi.
12 Ani Israaʼelotaan, “Isin keessaa eenyu iyyuu* dhiiga nyaachuu hin qabu; nama biyya ormaa isin gidduu jiraatu+ keessaas eenyu iyyuu dhiiga nyaachuu hin qabu”+ kanan jedhe kanaafi.