Luqaas 21:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Isaan qara goraadeetiin ni ajjeefamu; boojiʼamaniis gara saboota hundumaatti ni geeffamu;+ hanga barri sabootaaf* murteeffame raawwatamutti Yerusaalem sabootaan* ni dhidhiitamti.+ Mulʼata 12:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Dubartittiinis gara lafa onaatti, jechuunis bakka Waaqayyo iddoo ishiidhaaf itti qopheessee fi guyyaa 1,260+ itti ishii sooranitti baqatte. Mulʼata 12:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Haa taʼu malee, dubartittiin fuula bofichaa+ duraa fagaattee iddoo lafa onaa keessatti ishiidhaaf qophaaʼee fi bakka baraaf, barootaa fi walakkaa baraatiif*+ itti sooramtu sanatti akka barristuuf qoochoon risaa+ guddaa lama ishiidhaaf kenname.
24 Isaan qara goraadeetiin ni ajjeefamu; boojiʼamaniis gara saboota hundumaatti ni geeffamu;+ hanga barri sabootaaf* murteeffame raawwatamutti Yerusaalem sabootaan* ni dhidhiitamti.+
6 Dubartittiinis gara lafa onaatti, jechuunis bakka Waaqayyo iddoo ishiidhaaf itti qopheessee fi guyyaa 1,260+ itti ishii sooranitti baqatte.
14 Haa taʼu malee, dubartittiin fuula bofichaa+ duraa fagaattee iddoo lafa onaa keessatti ishiidhaaf qophaaʼee fi bakka baraaf, barootaa fi walakkaa baraatiif*+ itti sooramtu sanatti akka barristuuf qoochoon risaa+ guddaa lama ishiidhaaf kenname.