Isaayyaas 13:17, 18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kunoo, ani namoota MeedonWarra meetii homaatti hin lakkoofne,Warqiittis hin gammanne isaan irratti nan kaasa.+ 18 Iddaawwan isaanii dargaggoota ni caccabsu;+Isaan firii gadameessaatiif garaa hin laafan,Ijoolleedhaafis hin gaddan. Daaniʼel 11:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Wantin amma sitti himu kun dhugaa dha: “Kunoo, Faarsi keessaa mootonni dabalataa sadii ni kaʼu; inni arfaffaan immoo warra kaan hundumaa caalaa qabeenya hedduu walitti qabata. Qabeenya isaatiin kan kaʼe yommuu jabaatutti mootummaa Giriikii+ irratti wanta hundumaa ni kaasa.
17 Kunoo, ani namoota MeedonWarra meetii homaatti hin lakkoofne,Warqiittis hin gammanne isaan irratti nan kaasa.+ 18 Iddaawwan isaanii dargaggoota ni caccabsu;+Isaan firii gadameessaatiif garaa hin laafan,Ijoolleedhaafis hin gaddan.
2 Wantin amma sitti himu kun dhugaa dha: “Kunoo, Faarsi keessaa mootonni dabalataa sadii ni kaʼu; inni arfaffaan immoo warra kaan hundumaa caalaa qabeenya hedduu walitti qabata. Qabeenya isaatiin kan kaʼe yommuu jabaatutti mootummaa Giriikii+ irratti wanta hundumaa ni kaasa.