-
Daaniʼel 8:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Sana booda korbeessi reʼee sun akka malee of guguddise; haa taʼu malee, akkuma jabaa taʼeen gaanfi isaa inni guddaan ni cabe; achiis bakka isaa gaanfonni akka gaariitti mulʼatan afur gara kallattii bubbeewwan samii arfaniitti ni biqilan.+
-