Daaniʼel 8:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Achiis Uulaay+ gidduutti sagaleen namaa tokko, “Gabriʼeel,+ namichi sun wanta arge sana akka hubatu godhi” yommuu jedhu nan dhagaʼe.+ Luqaas 1:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Maleekaan sunis deebisee akkana isaan jedhe: “Ani Gabriʼeel+ isa fuula Waaqayyoo dura dhaabbatu dha;+ si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuufan ergame.
16 Achiis Uulaay+ gidduutti sagaleen namaa tokko, “Gabriʼeel,+ namichi sun wanta arge sana akka hubatu godhi” yommuu jedhu nan dhagaʼe.+
19 Maleekaan sunis deebisee akkana isaan jedhe: “Ani Gabriʼeel+ isa fuula Waaqayyoo dura dhaabbatu dha;+ si haasofsiisuu fi misiraachoo kana sitti himuufan ergame.