Faarfannaa 2:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabatanii,Abbootiin taayitaa ol aanoonis tokko taʼanii walitti qabamanii,*+Yihowaa irrattii fi isa inni dibe*+ irratti kaʼaniiru. Yohaannis 1:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Inni jalqaba obboleessa isaa Simooniin argatee, “Masiihicha+ arganneerra” isaan jedhe; (“Masiihii” jechuun hiikni isaa, “Kiristoos” jechuu dha)
2 Mootonni lafaa iddoo iddoo isaanii qabatanii,Abbootiin taayitaa ol aanoonis tokko taʼanii walitti qabamanii,*+Yihowaa irrattii fi isa inni dibe*+ irratti kaʼaniiru.
41 Inni jalqaba obboleessa isaa Simooniin argatee, “Masiihicha+ arganneerra” isaan jedhe; (“Masiihii” jechuun hiikni isaa, “Kiristoos” jechuu dha)