Maarqos 13:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Haa taʼu malee, wanti balfamaan badiisa geessisu+ bakka dhaabbachuu hin qabne dhaabbatee yommuu argitan (inni dubbisu haa hubatu), yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan.+ Luqaas 21:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 “Haa taʼu malee, Yerusaalem loltootaan marfamtee yommuu argitan,+ yeroo sana badiisni ishii akka dhihaate beekaa.+
14 “Haa taʼu malee, wanti balfamaan badiisa geessisu+ bakka dhaabbachuu hin qabne dhaabbatee yommuu argitan (inni dubbisu haa hubatu), yeroo sanatti warri Yihudaa keessa jiran gara gaarotaatti haa baqatan.+
20 “Haa taʼu malee, Yerusaalem loltootaan marfamtee yommuu argitan,+ yeroo sana badiisni ishii akka dhihaate beekaa.+