Keessa Deebii 32:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Maal taʼa utuu ogeeyyii taʼaniiru taʼee!+ Wanta kana irratti ni xiinxalu turan.+ Wanta dhuma irratti isaan irra gaʼus ni yaadu turan.+ Isaayyaas 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Qotiyyoon abbaa isaa,Harreenis gongaa* gooftaa isaa akka gaariitti beeka;Israaʼel garuu na* hin beeku,+Sabni koo hubannaa hin qabu.” Amoos 8:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yihowaan Ulfina Yaaqoobiin akkana jedhee kakateera:+ ‘Ani gocha isaanii hundumaa matumaa hin irraanfadhu.+
29 Maal taʼa utuu ogeeyyii taʼaniiru taʼee!+ Wanta kana irratti ni xiinxalu turan.+ Wanta dhuma irratti isaan irra gaʼus ni yaadu turan.+
3 Qotiyyoon abbaa isaa,Harreenis gongaa* gooftaa isaa akka gaariitti beeka;Israaʼel garuu na* hin beeku,+Sabni koo hubannaa hin qabu.”
7 Yihowaan Ulfina Yaaqoobiin akkana jedhee kakateera:+ ‘Ani gocha isaanii hundumaa matumaa hin irraanfadhu.+