Hoseʼaa 4:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yaa Israaʼel, ati sagaagalummaa* kan raawwatte taʼus,+Yihudaan yakkamaa hin taʼin.+ Gara Gilgaal+ yookiin gara Beet Aween+ hin dhufinaa,‘Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha!’+ jettaniis hin kakatinaa. Hoseʼaa 12:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Giiliyaad keessa gowwoomsaa*+ fi sobatu jira. Gilgaal keessatti qotiyyoowwan aarsaa godhaniiru,+Iddoowwan aarsaa isaaniis akka tuullaa dhagaa boʼoowwan maasii keessa jiruu ti.+ Amoos 5:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Beeteliin hin barbaadinaa,+Gara Gilgaal hin dhaqinaa+ yookiin gara Ber Sheebaatti hin ceʼinaa,+Sababiin isaas, Gilgaal dhugumaan boojuudhaan ni fudhatamti,+Beetelis ni balleeffamti.*
15 Yaa Israaʼel, ati sagaagalummaa* kan raawwatte taʼus,+Yihudaan yakkamaa hin taʼin.+ Gara Gilgaal+ yookiin gara Beet Aween+ hin dhufinaa,‘Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha!’+ jettaniis hin kakatinaa.
11 Giiliyaad keessa gowwoomsaa*+ fi sobatu jira. Gilgaal keessatti qotiyyoowwan aarsaa godhaniiru,+Iddoowwan aarsaa isaaniis akka tuullaa dhagaa boʼoowwan maasii keessa jiruu ti.+
5 Beeteliin hin barbaadinaa,+Gara Gilgaal hin dhaqinaa+ yookiin gara Ber Sheebaatti hin ceʼinaa,+Sababiin isaas, Gilgaal dhugumaan boojuudhaan ni fudhatamti,+Beetelis ni balleeffamti.*