Isaayyaas 30:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+ Isaayyaas 51:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+ Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+ Gammachuunii fi ililchi,Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+
23 Innis sanyii ati lafa irratti facaasteef bokkaa siif ni roobsa;+ nyaanni lafattii irraa argamus hedduu fi baʼeessa* ni taʼa.+ Guyyaa sanatti horiin kee iddoo dheedichaa balʼaa taʼe keessa ni dheedu.+
3 Yihowaan Xiyooniin ni jajjabeessa.+ Inni diiggaawwan ishii hundumaa ni jajjabeessa,+Lafa onaa ishii akkuma Eedan,+Gammoojjii ishiis akkuma iddoo biqiltuu Yihowaa ni godha.+ Gammachuunii fi ililchi,Galannii fi faarfannaan namatti tolus ishii keessatti ni argama.+