7 Bifti awwaannisoota sanaa fardeen duulaaf qophaaʼan fakkaata;+ wanta gonfoo warqii fakkaatus mataa isaanii irraa qabu, fuulli isaanii fuula dhiiraa fakkaata, 8 rifeensi isaanii garuu rifeensa dubartii fakkaata ture. Ilkaan isaaniis akka ilkaan leencaa ture;+