Isaayyaas 32:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Kunis, hamma hafuurri gubbaadhaa nu irratti dhangalaʼutti,+Hamma lafti onaan maasii fuduraa taʼutti,Akkasumas hamma maasiin fuduraa akka bosonaatti ilaalamutti dha.+ Isaayyaas 44:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Sababiin isaas, ani isa* dheebote irratti bishaan,+Lafa gogaa irrattis lageen yaaʼan nan dhangalaasa. Sanyii kee irratti hafuura koo,Ijoollee kee irrattis eebba koo nan dhangalaasa.+ Hisqiʼel 39:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Ani hafuura koo mana Israaʼel irratti waanan dhangalaasuuf,+ kana booda fuula koo isaan duraa hin dhoksu’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”
15 Kunis, hamma hafuurri gubbaadhaa nu irratti dhangalaʼutti,+Hamma lafti onaan maasii fuduraa taʼutti,Akkasumas hamma maasiin fuduraa akka bosonaatti ilaalamutti dha.+
3 Sababiin isaas, ani isa* dheebote irratti bishaan,+Lafa gogaa irrattis lageen yaaʼan nan dhangalaasa. Sanyii kee irratti hafuura koo,Ijoollee kee irrattis eebba koo nan dhangalaasa.+
29 Ani hafuura koo mana Israaʼel irratti waanan dhangalaasuuf,+ kana booda fuula koo isaan duraa hin dhoksu’+ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”