-
Isaayyaas 34:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Isin saboonni, dhagaʼuuf dhihaadhaa,
Isin namoonnis, xiyyeeffannaadhaan dhaggeeffadhaa.
Laftii fi wanti ishii keessa guute,
Dacheenii fi oomishni ishii hundis haa dhagaʼan.
2 Sababiin isaas, dheekkamsi Yihowaa saboota hundumaa irratti,+
Aariin isaas raayyaa waraanaa isaanii hundumaa irratti dhufeera.+
Inni haxaaʼee isaan ni balleessa;
Akka qalamaniifis dabarsee isaan ni kenna.+
-