Faarfannaa 76:8, 9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ati samii irraa murtii dabarsiteetta;+Lafti sodaattee calluma jetteetti;+ 9 Kunis kan taʼu, Waaqayyo garraamota lafa irra jiraatan hundumaa oolchuuf+Yommuu murtii kennuuf kaʼutti dha. (Seelaa) Yooʼel 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+
8 Ati samii irraa murtii dabarsiteetta;+Lafti sodaattee calluma jetteetti;+ 9 Kunis kan taʼu, Waaqayyo garraamota lafa irra jiraatan hundumaa oolchuuf+Yommuu murtii kennuuf kaʼutti dha. (Seelaa)
2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+