Isaayyaas 24:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Addeessi guutuun ni qaanofti,Aduun iftus ni salphatti,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa Gaara Xiyoon+ irrattii fi Yerusaalem keessatti Mootii taʼeera,+Maanguddoota saba isaa* durattis ulfina qabeessa taʼeera.+ Miikiyaas 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Ani inni okkolu, lubbuudhaan akka oolu,+Inni fagootti ariʼamee tures saba jabaa akka taʼu nan godha;+Yihowaanis ammaa jalqabee bara baraafGaara Xiyoon irratti isaan irratti mootii taʼee ni bulcha.
23 Addeessi guutuun ni qaanofti,Aduun iftus ni salphatti,+Sababiin isaas, Yihowaan Gooftaan Raayyaa Gaara Xiyoon+ irrattii fi Yerusaalem keessatti Mootii taʼeera,+Maanguddoota saba isaa* durattis ulfina qabeessa taʼeera.+
7 Ani inni okkolu, lubbuudhaan akka oolu,+Inni fagootti ariʼamee tures saba jabaa akka taʼu nan godha;+Yihowaanis ammaa jalqabee bara baraafGaara Xiyoon irratti isaan irratti mootii taʼee ni bulcha.