-
Uumama 6:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Sana booda Waaqayyo Nohiin akkana jedhe: “Sababii isaaniitiin lafti jeequmsaan waan guutamteef, ani foon kan taʼe hundumaa balleessuuf murteesseera; kanaafuu, ani lafaa wajjin isaan nan balleessa.+
-
-
Uumama 18:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Yeroo kanatti Yihowaan akkana jedhe: “Ani wantan gochuuf jedhu Abrahaamiin nan dhoksaa?+
-
-
Isaayyaas 42:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kunoo, wantoonni jalqabaa raawwatamaniiru;
Amma wantoota haaraa nan labsa.
Isaan dhufuu isaanii dura, waaʼee isaanii nan dubbadha.”+
-
-
Daaniʼel 9:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Innis akkana jechuudhaan na hubachiise:
“Yaa Daaniʼel, ani amma kanan dhufe dubbii raajii of keessatti qabate sana akka qalbeeffattuu fi akka hubattu si gargaaruufi.
-