-
Faarfannaa 44:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Olloota keenya duratti warra arrabsaman,
Namoota naannoo keenyatti argaman hundumaa durattis warra itti qoosamuu fi itti kolfamu nu goote.
-
-
Ermiyaas 51:51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 “Nuti arrabsoo waan dhageenyeef, qaanofneerra.
-
-
Faaruu Ermiyaas 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yaa Yihowaa, wanta nu irra gaʼe yaadadhu.
Salphina nu irra gaʼe ilaali, argis.+
-
-
Daaniʼel 9:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Yaa Yihowaa, maaloo akka gochawwan qajeelummaa+ kee hundumaatti aariin kee fi dheekkamsi kee magaalaa kee Yerusaalem ishii gaara qulqulluu taate sana irraa haa deebiʼu; sababiin isaas, Yerusaalemii fi sabni kee cubbuu keenyaa fi dogoggora abbootii keenyaatiin kan kaʼe namoota naannoo keenyatti argaman hundumaa gidduutti kan arrabsaman taʼaniiru.+
-