Hisqiʼel 22:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Isaan si gidduutti abbaa isaanii fi haadha isaanii ni tuffatu.+ Nama biyya ormaa ni gowwoomsu; mucaa abbaa hin qabnee* fi dubartii abbaan manaa irraa duʼes ni cunqursu.”’”+
7 Isaan si gidduutti abbaa isaanii fi haadha isaanii ni tuffatu.+ Nama biyya ormaa ni gowwoomsu; mucaa abbaa hin qabnee* fi dubartii abbaan manaa irraa duʼes ni cunqursu.”’”+