-
Iyyaasuu 15:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Gosti Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti dhaalli isaanii kana ture.
-
-
Iyyaasuu 15:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Laakiish,+ Bozqaat, Egloon,
-
-
2 Mootota 18:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu, Hisqiyaas mootiin Yihudaa, “Ani balleesseera. Ana irraa deebiʼi; wanta ati na gaafatte hunda siifan kenna” jedhee gara mootii Asoor isa Laakiishitti argamutti dhaamsa erge. Mootiin Asooris adaba meetii taalaantii* 300 fi warqii taalaantii 30 akka kaffalu Hisqiyaas mootii Yihudaatti murteesse.
-