2 Saamuʼel 22:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Lafti asii fi achi raafamuu fi hurgufamuu jalqabde;+Buʼuurawwan samiis ni hollatan,+Inni waan dheekkameef isaan asii fi achi raafaman.+ Faarfannaa 68:7, 8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Yaa Waaqayyo, yommuu saba kee geggeessitetti,*+Yommuu lafa onaa keessa darbitetti, (Seelaa) 8 Lafti ni kirkirte;+Waaqayyoon kan kaʼe samiin bokkaa roobse;*Siinaan kunis Waaqayyo isa Waaqa Israaʼel taʼeen kan kaʼe ni kirkire.+
8 Lafti asii fi achi raafamuu fi hurgufamuu jalqabde;+Buʼuurawwan samiis ni hollatan,+Inni waan dheekkameef isaan asii fi achi raafaman.+
7 Yaa Waaqayyo, yommuu saba kee geggeessitetti,*+Yommuu lafa onaa keessa darbitetti, (Seelaa) 8 Lafti ni kirkirte;+Waaqayyoon kan kaʼe samiin bokkaa roobse;*Siinaan kunis Waaqayyo isa Waaqa Israaʼel taʼeen kan kaʼe ni kirkire.+