Faarfannaa 83:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sababiin isaas, kunoo diinonni kee wacaa jiru;+Warri si jibbanis gocha of tuulummaa raawwachaa* jiru. Faarfannaa 83:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Maqaan Israaʼel kana booda akka hin yaadatamnetti,Kottaa, sabicha haa balleessinu” jedhu.+
2 Sababiin isaas, kunoo diinonni kee wacaa jiru;+Warri si jibbanis gocha of tuulummaa raawwachaa* jiru.