Isaayyaas 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Sababiin isaas, dheekkamsi Yihowaa saboota hundumaa irratti,+Aariin isaas raayyaa waraanaa isaanii hundumaa irratti dhufeera.+ Inni haxaaʼee isaan ni balleessa;Akka qalamaniifis dabarsee isaan ni kenna.+ Yooʼel 3:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+ Mulʼata 16:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu. Mulʼata 19:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+
2 Sababiin isaas, dheekkamsi Yihowaa saboota hundumaa irratti,+Aariin isaas raayyaa waraanaa isaanii hundumaa irratti dhufeera.+ Inni haxaaʼee isaan ni balleessa;Akka qalamaniifis dabarsee isaan ni kenna.+
2 Saboota hundumaa walitti qabeeGara Sulula* Yoshaafaaxitti* gad isaan nan buusa. Isaan saboota gidduutti waan isaan bittinneessaniif,Biyya koos waan hirataniif,+Ani saba koo fi dhaala koo Israaʼeliif jedhee,Achitti isaanitti nan murteessa.+
14 Isaan jechoota geggeessaa hafuura jinniiwwaniitiin dubbataman siʼa taʼan, mallattoowwan ni raawwatu;+ isaan gara waraana+ isa guyyaa guddaa Waaqa Hundumaa Dandaʼuutti+ godhamutti walitti isaan qabuuf, gara mootota guutummaa lafaatti baʼu.
19 Anis bineensichi, mootonni lafaa fi raayyaan isaanii, isa farda irra taaʼee fi raayyaa isaa irratti waraana banuuf walitti qabamanii nan arge.+