Haagee 1:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Sanyii hedduu facaafattan, garuu muraasa galfattu.+ Ni nyaattu, garuu hin quuftan. Ni dhugdu, garuu dheebuu hin baatan. Ni uffattu, garuu namni itti hoʼu hin jiru. Namni mindeeffamee hojjetu mindaa isaa korojoo uraa baayʼee qabu keessa kaaʼata.’”
6 Sanyii hedduu facaafattan, garuu muraasa galfattu.+ Ni nyaattu, garuu hin quuftan. Ni dhugdu, garuu dheebuu hin baatan. Ni uffattu, garuu namni itti hoʼu hin jiru. Namni mindeeffamee hojjetu mindaa isaa korojoo uraa baayʼee qabu keessa kaaʼata.’”