-
Miikiyaas 5:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Harki kee hamajaajota kee irratti ni kaʼa,
Diinonni kee hundi ni balleeffamu.”
-
-
Zakkaariyaas 10:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isaan akkuma loltoota
Waraana irratti dhoqqee daandii irra jiru dhidhiitanii ni taʼu.
-
-
Zakkaariyaas 12:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Guyyaa sanatti ani dura buutonni Yihudaa akka distii ibidda qabatee qoraan gidduu jiruu, akkasumas akka guca bobaʼuu fi midhaan reefuu haamame gidduu jiruu akka taʼan nan godha;+ isaan namoota naannoo isaanii mirgaa fi bitaadhaan jiran hundumaa ni nyaatu;+ jiraattonni Yerusaalemis iddoo isaanii,* eeyyee, Yerusaalem keessa jiraachuu isaanii itti fufu.+
-