Mulʼata 21:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis akkana naan jedhe: “Raawwatamaniiru! Ani Alfaa fi Omeegaa,* isa jalqabaa fi isa dhumaa ti.+ Nama dheebote kamiif iyyuu burqaa bishaan jireenyaa irraa tola nan kenna.+ Mulʼata 22:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Hafuurichii fi misirrittiin,+ “Kottu!” jechaa jiru; kan dhagaʼu hundis, “Kottu!” haa jedhu; kan dheebote hundi haa dhufu;+ kan barbaadu hundi bishaan jireenyaa tola haa fudhatu.+
6 Achiis akkana naan jedhe: “Raawwatamaniiru! Ani Alfaa fi Omeegaa,* isa jalqabaa fi isa dhumaa ti.+ Nama dheebote kamiif iyyuu burqaa bishaan jireenyaa irraa tola nan kenna.+
17 Hafuurichii fi misirrittiin,+ “Kottu!” jechaa jiru; kan dhagaʼu hundis, “Kottu!” haa jedhu; kan dheebote hundi haa dhufu;+ kan barbaadu hundi bishaan jireenyaa tola haa fudhatu.+