Isaayyaas 11:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Latiin+ gufuu Issey+ keessaa ni baʼa,Wanti hidda+ isaa irraa biqilus firii ni godhata. Zakkaariyaas 3:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 “‘Yaa Iyyaasuu Luba Ol Aanaa, maaloo dhagaʼi, michoonni kee warri si dura taaʼanis haa dhagaʼan; sababiin isaas, namoonni kun akka mallattootti tajaajilu; kunoo, ani Latii+ isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!+
8 “‘Yaa Iyyaasuu Luba Ol Aanaa, maaloo dhagaʼi, michoonni kee warri si dura taaʼanis haa dhagaʼan; sababiin isaas, namoonni kun akka mallattootti tajaajilu; kunoo, ani Latii+ isa tajaajilaa koo taʼe nan fida!+